Hosted by Dailymotion. For legal issues report at the Copyright Center, report us on DMC, or use the Instant Removal tool.
Baawoobaab
N
NuuralHudaa
21 Views • Nov 24, 2017
Description
Sanyiin Muka kanaa sagaltu jira. Inni jahaa Maadaagaaskaar qofa keessatti argama. Lama dachii Afriikaa Kibbaa fi Arabiyaa keessatti Argamu. Inni tokko ammoo Ardii Awustraaliyaa keessatti argama. Mukni kun dachii goggogaa fi Rooba hin qabne keessatti guddata. Garuu furdinaa fi guddina isaa yeroo ilaaltan muka gammoojjii keessaa hin fakkaatu. Mukni kun Muka ajaa’ibaati. Gabaabaan isaa Meetira 5 lafarraa kan ol dheeratu yoo ta’u, inni dheeraan ammoo haga meetira 30 dheerata. Muka umrii dheeraa jiraatu keessaallee isa tokko. Akka Qorannoon garagaraa mul’isutti, Sanyiin Muka kanaa Hedduun isaa waggaa 3000 ol jiraatuu danda’a.
Ajaa’ibni muka kanaa Jirmaa fi baala isaa irratti argama. Jirmi isaa akkaan furdaa fi dheeraadha. Jirmi muka kanaa haga meetira 20 dheerata. Kana jechuun baalli isaa Meetira 20’n booda argama jechuudha. Baalli isaa kun yeroo gogiinsi akkaan jabaatutti waan irraa harca’uuf, baalli isaa lafatti harca’e hidda mukaa fakkaata. Sababa kanaaf ‘upside-down tree’ ykn ammoo Muka mataan gombifamee biqile jedhanii waaman. Jirmi isaa haga meetira 20 dheerata isiniin jedhee jira. Kanaaf yoo fageenyarraa laalan, barmeela guddaa fakkaata. Sababa kanaafis ‘bottle tree’ ykn ammoo ‘Muka qaruuraa fakkaatu’ jedhameetis ni waamama.

Keywords & Tags
More from User
42:52
Mu'jizaa Mu'jizaa Caale, Qur'aana Rabbii_ Sheikh Ahmad Diidaat Afaan Oromootiin Kutaa 1ffaa
NuuralHudaa
07:09
Baaraakudaa, Qurxummii Ilkaan Qaraa
NuuralHudaa
06:41
Avooseet
NuuralHudaa
01:50
Namicha Kanniisa Uffate
NuuralHudaa
00:37
Lammiileen Ameerikaa Sababa Farshoo du'an heddummaataa jiru
NuuralHudaa
01:10
Hoolaa Gurra keessaa Afaan Qabu
NuuralHudaa